Loading…
Things to check
Has been translated
Previous translation was "⛵ Tajaajilli kun aplikeeshiniiwwan walsimsiisan sochii meeshaalee xixiqqoo interfeeysii fayyadamaa isaanii keessatti salphaatti akka qolatan taasisa. 🏝️ Kunis dubbifama iskiriinii fooyyessuu fi tarii yeroo deemsa jirru dhukkuba sochii qaamaa salphisuu danda'a, fkn. konkolaataa socho’aa jiru keessatti osoo dubbisuu. ⚡ Appilikeeshinichi baayyee of eeggannoodhaan kan hojjetame yoo ta'u, itti fayyadama qabeenya xiqqeessuu fi raawwii hojii guddisuuf jecha. Akka isinitti tole abdii qabna 😊".
Glossary
English | Oromo | ||
---|---|---|---|
No related strings found in the glossary. |
🏝️ This can improve screen readability and possibly alleviate motion sickness while on the go, e.g. while reading in a moving vehicle.
⚡ The application has been crafted very meticulously, in order to minimize resource usage and maximize performance.
Hope you enjoy it 😊
🏝️ Kunis dubbifama iskiriinii fooyyessuu fi tarii yeroo deemsa jirru dhukkuba sochii qaamaa salphisuu danda'a, fkn. konkolaataa socho’aa jiru keessatti osoo dubbisuu.
⚡ Appilikeeshinichi baayyee of eeggannoodhaan kan hojjetame yoo ta'u, itti fayyadama qabeenya xiqqeessuu fi raawwii hojii guddisuuf jecha.
Akka isinitti tole abdii qabna 😊